February 19, 2026 · Afaan Oromo Manni Maree Miidiyaalee Itiyoophiyaa dhaabbata deeggarsa miidiyaalee Addunyaa waliin ta’uudhan mata duree ”namuusa ogummaa Gaazexessummaa nageenyaaf” jedhuun ogeeyyii miidiyaafi qaamolee nageenyaa magaalaa Adaamaaf leenjii hubannoo cimsu kenne. Facebook Share